Faarfannaa 110:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 110 Yihowaan Gooftaa kootiin,“Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+Mirga koo taaʼi”+ jedheera. Maatewos 22:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Inni akkana jedheera: ‘Yihowaan* Gooftaa kootiin, “Diinota kee miila kee jala hamman siif godhutti mirga koo taaʼi”+ jedheera.’
110 Yihowaan Gooftaa kootiin,“Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+Mirga koo taaʼi”+ jedheera.
44 Inni akkana jedheera: ‘Yihowaan* Gooftaa kootiin, “Diinota kee miila kee jala hamman siif godhutti mirga koo taaʼi”+ jedheera.’