Hojii Ergamootaa 2:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yeroo sanatti Yihudoonni biyyoota addunyaa maratti argaman* hundumaa keessaa dhufanii fi Waaqayyoof bulan Yerusaalem keessa jiru turan.+ Hojii Ergamootaa 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Nuti warri Phaartee, warri Meedonii+ fi warri Eelaam,+ jiraattonni Mesophotaamiyaa, Yihudaa fi Qaphadooqiyaa, akkasumas warri Phonxosii fi koonyaa Eeshiyaa,+
5 Yeroo sanatti Yihudoonni biyyoota addunyaa maratti argaman* hundumaa keessaa dhufanii fi Waaqayyoof bulan Yerusaalem keessa jiru turan.+
9 Nuti warri Phaartee, warri Meedonii+ fi warri Eelaam,+ jiraattonni Mesophotaamiyaa, Yihudaa fi Qaphadooqiyaa, akkasumas warri Phonxosii fi koonyaa Eeshiyaa,+