Yohaannis 14:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yesuusis akkana jedhee deebise: “Namni na jaallatu hundi dubbii koo ni eega;+ Abbaan koos isa jaallata, nutis gara isaa dhufnee bakka jireenyaa keenya isaa wajjin godhanna.+
23 Yesuusis akkana jedhee deebise: “Namni na jaallatu hundi dubbii koo ni eega;+ Abbaan koos isa jaallata, nutis gara isaa dhufnee bakka jireenyaa keenya isaa wajjin godhanna.+