-
Mulʼata 12:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Anis samii keessaa sagalee guddaa akkana jedhu tokko nan dhagaʼe:
“Amma fayyinni,+ humnii fi Mootummichi kan Waaqa keenyaa,+ aangoonis kan Kiristoos taʼeera; sababiin isaas, inni obboloota keenya himatu, inni halkanii fi guyyaa Waaqa keenya duratti isaan himatu+ sun gad darbatameera! 11 Isaanis dhiiga Hoolichaa+ fi dubbii dhugaa baʼiinsa isaaniitiin+ kan kaʼe isa injifataniiru;+ hamma duʼaatti illee lubbuu* isaanii hin mararsiifanne.+
-