Yohaannis 5:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Sababiin isaas, akkuma Abbaan ofii isaatii jireenya* qabu,+ Ilmis ofii isaatii jireenya akka qabaatu isaaf kenneera.+
26 Sababiin isaas, akkuma Abbaan ofii isaatii jireenya* qabu,+ Ilmis ofii isaatii jireenya akka qabaatu isaaf kenneera.+