-
Luqaas 12:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Namni Ilma namaa irratti dubbii hamaa dubbatu kam iyyuu dhiifama ni argata; namni hafuura qulqulluu arrabsu kam iyyuu garuu dhiifama hin argatu.+
-
-
Ibroota 6:4-6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Sababiin isaas, warra yeroo tokko ifni isaaniif ife,+ warra kennaa tolaa isa samii irraa dhandhamatan, warra hafuura qulqulluu fudhatan, 5 akkasumas warra dubbii Waaqayyoo isa gaarii fi humnoota sirna* dhufu sanaa dhandhamatanii turan, 6 garuu immoo amantii irraa garagalan,+ deebiʼanii yaada akka geddaratan kakaasuun hin dandaʼamu; sababiin isaas, isaan ofii isaaniitiif Ilma Waaqayyoo lammata muka irratti fannisu, akkasumas uummata duratti isa salphisu.+
-