Baʼuu 19:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Guyyaa sadaffaattis ganama kakawwee fi bakakkaan ni taʼe; gaaricha irrattis duumessi cimaan jira ture;+ sagaleen xurumbaa guddaanis ni dhagaʼame; namoonni buufaticha keessa jiran hundis hollachuu jalqaban.+ Mulʼata 4:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Teessicha keessaa bakakkaan,+ sagaleenii fi kakawween ni baʼa ture;+ teessicha duratti ibsaawwan ibiddaa torba ni bobaʼu turan; isaan hafuurota Waaqayyoo torba+ argisiisu.
16 Guyyaa sadaffaattis ganama kakawwee fi bakakkaan ni taʼe; gaaricha irrattis duumessi cimaan jira ture;+ sagaleen xurumbaa guddaanis ni dhagaʼame; namoonni buufaticha keessa jiran hundis hollachuu jalqaban.+
5 Teessicha keessaa bakakkaan,+ sagaleenii fi kakawween ni baʼa ture;+ teessicha duratti ibsaawwan ibiddaa torba ni bobaʼu turan; isaan hafuurota Waaqayyoo torba+ argisiisu.