Mulʼata 16:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Sagalee guddaan tokko iddoo qulqulluu+ keessaa maleekota torban sanaan, “Dhaqaa, dheekkamsa Waaqayyoo saaniiwwan torban sana keessa jiru lafa irratti dhangalaasaa”+ yommuu jedhu nan dhagaʼe. Mulʼata 16:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Maleekaan inni lammaffaan wanta saanii isaa keessa jiru galaana irratti dhangalaase.+ Galaanichis dhiiga akka dhiiga nama duʼee taʼe;+ uumamawwan jiraatoon* hundi, eeyyee, wantoonni galaanicha+ keessa jiran ni duʼan.
16 Sagalee guddaan tokko iddoo qulqulluu+ keessaa maleekota torban sanaan, “Dhaqaa, dheekkamsa Waaqayyoo saaniiwwan torban sana keessa jiru lafa irratti dhangalaasaa”+ yommuu jedhu nan dhagaʼe.
3 Maleekaan inni lammaffaan wanta saanii isaa keessa jiru galaana irratti dhangalaase.+ Galaanichis dhiiga akka dhiiga nama duʼee taʼe;+ uumamawwan jiraatoon* hundi, eeyyee, wantoonni galaanicha+ keessa jiran ni duʼan.