Mulʼata 16:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Sagalee guddaan tokko iddoo qulqulluu+ keessaa maleekota torban sanaan, “Dhaqaa, dheekkamsa Waaqayyoo saaniiwwan torban sana keessa jiru lafa irratti dhangalaasaa”+ yommuu jedhu nan dhagaʼe. Mulʼata 16:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Maleekaan inni sadaffaan wanta saanii isaa keessa jiru lageenii fi burqaawwan bishaanii irratti dhangalaase.+ Isaanis dhiiga taʼan.+
16 Sagalee guddaan tokko iddoo qulqulluu+ keessaa maleekota torban sanaan, “Dhaqaa, dheekkamsa Waaqayyoo saaniiwwan torban sana keessa jiru lafa irratti dhangalaasaa”+ yommuu jedhu nan dhagaʼe.
4 Maleekaan inni sadaffaan wanta saanii isaa keessa jiru lageenii fi burqaawwan bishaanii irratti dhangalaase.+ Isaanis dhiiga taʼan.+