Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee 2 Seenaa Baraa 2 SEENAA BARAA QABIYYEE KITAABICHAA 1 Solomoon ogummaa argachuuf kadhate (1-12) Qabeenya Solomoon (13-17) 2 Qophii mana qulqullummaa ijaaruuf godhame (1-18) 3 Solomoon mana qulqullummaa ijaaruu jalqabe (1-7) Kutaa Hundumaa Caalaa Qulqulluu (8-14) Utubaawwan sibiila diimaa lamaan (15-17) 4 Iddoo aarsaa, Galaanichaa fi miʼawwan bishaanii (1-6) Baattuuwwan ibsaa, minjaalotaa fi mooraawwan (7-11a) Miʼawwan mana qulqullummaa hojjetamanii xumuraman (11b-22) 5 Qophii eebba mana qulqullummaatiif godhame (1-14) Taabotichi gara mana qulqullummaatti geeffame (2-10) 6 Solomoon sabichaaf haasaa dhiheesse (1-11) Kadhannaa Solomoon eebba mana qulqullummaa irratti dhiheesse (12-42) 7 Manni qulqullummaa ulfina Yihowaatiin guutame (1-3) Sirnawwan eebba mana qulqullummaa irratti raawwataman (4-10) Yihowaan Solomoonitti mulʼate (11-22) 8 Hojiiwwan ijaarsaa Solomoon raawwate warra kaan (1-11) Waaqeffannaan mana qulqullummaatti raawwatamu ni gurmaaʼe (12-16) Dooniiwwan Solomoon (17, 18) 9 Mootuun Sheebaa gara Solomoon dhufte (1-12) Qabeenya Solomoon (13-28) Solomoon ni duʼe (29-31) 10 Israaʼel Rooboʼaam irratti fincila kaase (1-19) 11 Bulchiinsa Rooboʼaam (1-12) Leewwonni amanamoon gara Yihudaa dhaqan (13-17) Maatii Rooboʼaam (18-23) 12 Shishaaq Yerusaalem irratti duule (1-12) Dhuma bulchiinsa Rooboʼaam (13-16) 13 Abiyaa mootii Yihudaa (1-22) Abiyaan Yeroboʼaamiin moʼe (3-20) 14 Abiyaan ni duʼe (1) Aasaa mootii Yihudaa (2-8) Aasaan namoota Itoophiyaa 1,000,000 ni moʼe (9-15) 15 Haareffama Aasaan raawwate (1-19) 16 Aasaan Sooriyaa wajjin walii galtee godhe (1-6) Hanaaniin Aasaa ifate (7-10) Aasaan ni duʼe (11-14) 17 Yoshaafaax mootii Yihudaa (1-6) Duula barsiisuuf godhame (7-9) Humna waraanaa Yoshaafaax (10-19) 18 Yoshaafaax Ahaabii wajjin michummaa uume (1-11) Mikaayaan akka injifataman raajii dubbate (12-27) Ahaab Raamot Giiliyaaditti ajjeefamuu isaa (28-34) 19 Yehuun Yoshaafaaxiin ifate (1-3) Haareffama Yoshaafaax raawwate (4-11) 20 Saboonni naannoo ishii Yihudaa doorsisan (1-4) Yoshaafaax gargaarsa argachuuf kadhate (5-13) Deebii Yihowaan kenne (14-19) Yihudaan dinqiidhaan oole (20-30) Dhuma bulchiinsa Yoshaafaax (31-37) 21 Yooraam Mootii Yihudaa (1-11) Ergaa barreeffamaa Eeliyaas biraa ergame (12-15) Yooraam dhumni isaa gaarii hin taane (16-20) 22 Mootii Yihudaa kan taʼe Akaaziyaa (1-9) Ataaliyaan humnaan teessoo mootii fudhatte (10-12) 23 Yehoyaadaan ija jabinaan tarkaanfii fudhate; Yoʼaas mootii taʼe (1-11) Ataaliyaan ni ajjeefamte (12-15) Haareffama Yehoyaadaan raawwate (16-21) 24 Bulchiinsa Yoʼaas (1-3) Yoʼaas mana qulqullummaa haaresse (4-14) Yoʼaas gantuu taʼe (15-22) Yoʼaas ni ajjeefame (23-27) 25 Amaaziyaa mootii Yihudaa (1-4) Waraana Edoomii wajjin godhame (5-13) Amaaziyaan waaqolii tolfamoo waaqeffate (14-16) Waraana Yoʼaas mootii Israaʼelii wajjin godhame (17-24) Amaaziyaan ni duʼe (25-28) 26 Ooziyaa mootii Yihudaa (1-5) Humna waraanaa Ooziyaa (6-15) Ooziyaan inni of tuultuu taʼe dhukkuba nadaayiitiin qabame (16-21) Ooziyaan ni duʼe (22, 23) 27 Yootaam mootii Yihudaa (1-9) 28 Akaaz mootii Yihudaa (1-4) Akaaz Sooriyaa fi Israaʼeliin moʼame (5-8) Odeed Israaʼeliin akeekkachiise (9-15) Yihudaan ni salphifamte (16-19) Akaaz waaqolii tolfamoo waaqeffate, ni duʼes (20-27) 29 Hisqiyaas mootii Yihudaa (1, 2) Haareffama Hisqiyaas raawwate (3-11) Manni qulqullummaa ni qulqulleeffame (12-19) Tajaajilli mana qulqullummaa deebiʼee jalqabe (20-36) 30 Hisqiyaas Faasikaa kabaje (1-27) 31 Hisqiyaas gantummaa balleesse (1) Luboonnii fi Leewwonni sirriitti deggersa argatan (2-21) 32 Senaaheriib Yerusaalemiin doorsise (1-8) Senaaheriib Yihowaa morme (9-19) Maleekaan tokko raayyaa waraanaa Asoor rukute (20-23) Hisqiyaas ni dhukkubsate, of tuule (24-26) Hisqiyaas milkaaʼina argate, ni duʼes (27-33) 33 Minaasee mootii Yihudaa (1-9) Minaaseen wanta hamaa raawwatu irraa yaada geddarate (10-17) Minaaseen ni duʼe (18-20) Amoon mootii Yihudaa (21-25) 34 Yosiyaas mootii Yihudaa (1, 2) Haareffama Yosiyaas raawwate (3-13) Kitaabni Seerichaa ni argame (14-21) Huldaan badiisni akka dhufu raajii dubbatte (22-28) Yosiyaas kitaabicha sabichaaf ni dubbise (29-33) 35 Yosiyaas Faasikaa guddaa qopheesse (1-19) Faraʼoon Nekoon Yosiyaasiin ajjeese (20-27) 36 Yehoʼahaaz mootii Yihudaa (1-3) Yehoyaaqiim mootii Yihudaa (4-8) Yehoyaakiin mootii Yihudaa (9, 10) Zedeeqiyaa mootii Yihudaa (11-14) Badiisa Yerusaalem (15-21) Labsii Qiiros manni qulqullummaa deebiʼee akka ijaaramuuf baase (22, 23)