Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee Izraa IZRAA QABIYYEE KITAABICHAA 1 Labsii Qiiros Mootichi manni qulqullummaa deebisee akka ijaaramuuf baase (1-4) Qophii warri boojiʼamanii turan Baabilonii deebiʼuuf godhan (5-11) 2 Galmee warra boojuudhaa deebiʼanii (1-67) Tajaajiltoota mana qulqullummaa (43-54) Ilmaan tajaajiltoota Solomoon (55-57) Kennaawwan mana qulqullummaatiif fedhiidhaan kennaman (68-70) 3 Iddoon aarsaa deebiʼee ni ijaarame; aarsaawwanis ni dhihaatan (1-6) Hojiin mana qulqullummaa deebisanii ijaaruu ni jalqabame (7- 9) Buʼuurri mana qulqullummaa ni kaaʼame (10-13) 4 Hojiin mana qulqullummaa deebisanii ijaaruu mormiin irra gaʼe (1-6) Diinonni mormii isaanii Arxeksis Mootichatti ergatan (7-16) Deebii Arxeksis (17-22) Ijaarsi mana qulqullummaa ni dhaabbate (23, 24) 5 Yihudoonni mana qulqullummaa deebisanii ijaaruu jalqaban (1-5) Xalayaa Taatenaay Daariyos Mootichatti erge (6-17) 6 Qorannaa Daariyos godhee fi labsii inni baase (1-12) Manni qulqullummaa xumuramee eebbifame (13-18) Faasikaan ni kabajame (19-22) 7 Izraan gara Yerusaalem dhufe (1-10) Xalayaa Arxeksis gara Izraatti erge (11-26) Izraan Yihowaa jajate (27, 28) 8 Galmee maqaa namoota Izraa wajjin deebiʼanii (1-14) Qophii adeemsaaf godhame (15-30) Baabilonii baʼuu fi Yerusaalem gaʼuu (31-36) 9 Israaʼel keessatti gaaʼelaan wal makuu (1-4) Kadhannaa Izraan cubbuu himachuuf dhiheesse (5-15) 10 Haadhotii manaa biyya ormaa geggeessuuf kakuu galame (1-14) Haadhotiin manaa biyya ormaa ni geggeeffaman (15-44)