Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee Nahimiyaa NAHIMIYAA QABIYYEE KITAABICHAA 1 Oduu Yerusaalem irraa dhufe (1-3) Kadhannaa Nahimiyaan dhiheesse (4-11) 2 Nahimiyaan gara Yerusaalemitti ergame (1-10) Nahimiyaan dallaawwan magaalattii naannaʼee ilaale (11-20) 3 Dallaawwan deebisanii ijaaruu (1-32) 4 Mormiin jiraatus hojichi itti fufe (1-14) Hojjettoonni meeshaa waraanaa qabatanii hojii ijaarsaa itti fufan (15-23) 5 Nahimiyaan saamichi akka hafu godhe (1-13) Nahimiyaan ofittoo akka hin taane argisiise (14-19) 6 Hojiin deebisanii ijaaruu ammas mormiin irra gaʼe (1-14) Dallichi guyyoota 52 keessatti ni xumurame (15-19) 7 Karrawwan magaalattii fi karra eegdota (1-4) Maqaa namoota boojuudhaa deebiʼanii (5-69) Tajaajiltoota mana qulqullummaa (46-56) Ilmaan tajaajiltoota Solomoon (57-60) Buusii hojichaaf godhame (70-73) 8 Seerichi sabichaaf dubbifamee ibsame (1-12) Ayyaanni Daasii ni kabajame (13-18) 9 Sabichi cubbuu isaa himate (1-38) Yihowaan Waaqa dhiifama godhu dha (17) 10 Sabichi Seericha hordofuuf walii gale (1-39) “Mana Waaqa keenyaa hin dagannu” (39) 11 Yerusaalem deebitee namootaan ni guutamte (1-36) 12 Lubootaa fi Leewwota (1-26) Dallichi ni eebbifame (27-43) Deggersa tajaajila mana qulqullummaatiif godhame (44-47) 13 Haareffama dabalataa Nahimiyaan raawwate (1-31) Kurnoo kennan (10-13) Sanbanni xureeffamuu hin qabu (15-22) Dubartoota biyya ormaa fuudhuu isaaniitti ni balaaleffataman (23-28)