Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee Asteer ASTEER QABIYYEE KITAABICHAA 1 Afeerraa Ahaashweros Mootichi Shushaanitti qopheesse (1-9) Waashtii Mootittiin ajajamuu didde (10-12) Mootichi namoota ogeeyyii wajjin mariʼate (13-20) Labsiin mootichaa ni ergame (21, 22) 2 Dubartii mootuu taatu barbaaduu (1-14) Asteer mootuu taate (15-20) Mordekaay daba qopheeffame saaxile (21-23) 3 Mootichi Haamaaniif ulfina kenne (1-4) Haamaan Yihudoota balleessuuf mala qopheesse (5-15) 4 Mordekaay ni gadde (1-5) Mordekaay mooticha akka kadhattu Asteeriin gaafate (6-17) 5 Asteer mooticha duratti dhihaatte (1-8) Aarii fi of tuulummaa Haamaan (9-14) 6 Mootichi Mordekaayiif ulfina kenne (1-14) 7 Asteer Haamaaniin saaxilte (1-6a) Haamaan jirma qopheesse irratti fannifame (6b-10) 8 Mordekaay aangoo argate (1, 2) EAsteer mooticha kadhatte (3-6) Mootichi labsii labsii duraanii diigu baase (7-14) Yihudoonni boqonnaa fi gammachuu argatan (15-17) 9 Injifannoo Yihudoonni argatan (1-19) Ayyaanni Puuriim ni hundeeffame (20-32) 10 Mordekaay ulfina guddaa argate (1-3)