Guyyaa Yihowaa fi raayyaa isaa isa guddaa (1-11)
 
Waamicha gara Yihowaatti akka deebiʼan dhihaate (12-17)
 
Deebii Yihowaan saba isaatiif kenne (18-32)
“Hafuura koo nan dhangalaasa” (28)
 
Dinqiiwwan samii fi lafa irratti raawwataman (30)
 
Namni maqaa Yihowaa waammatu ni fayya (32)