IYYAASUU
QABIYYEE KITAABICHAA
-
Israaʼel Yordaanosiin ceʼe (1-17)
-
Dhagoota yaadannoodhaaf tajaajilan (1-24)
-
Magaalota itti baqatan 1-9)
-
Iyyaasuun seenaa Israaʼel irra deebiʼee dubbate (1-13)
Gorsa Yihowaa akka tajaajilan kenname (14-24)
“Anii fi maatiin koo garuu Yihowaa tajaajilla” (15)
Kakuu Iyyaasuun Israaʼelii wajjin gale (25-28)
Iyyaasuun duʼee awwaalame (29-31)
Lafeen Yoseef Sheekemitti awwaalame (32)
Eleʼazaar duʼee awwaalame (33)