Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee 1 Yohaannis 1 YOHAANNIS QABIYYEE KITAABICHAA 1 Dubbii jireenyaa (1-4) Ificha keessa deddeebiʼuu (5-7) Cubbuu himachuun barbaachisaa dha (8-10) 2 Yesuus aarsaa araaraa ti (1, 2) Ajajawwan isaa eeguu (3-11) Ajaja moofaa fi ajaja haaraa (7, 8) Sababii xalayichi itti barreeffame (12-14) Addunyaa hin jaallatinaa (15-17) Akeekkachiisa mormituu Kiristoos ilaalchisee kenname (18-29) 3 Nuti ijoollee Waaqayyoo ti (1-3) Ijoollee Waaqayyoo fi ijoollee Diyaabilos (4-12) Yesuus hojii Diyaabilos diiga (8) Wal jaalladhaa (13-18) Waaqni garaa keenya irra ni caala (19-24) 4 Dubbii geggeessaa hafuuraatiin dubbatame qoruu (1-6) Waaqa beekuu fi jaallachuu (7-21) “Waaqayyo jaalala” (8, 16) Jaalala keessa sodaan hin jiru (18) 5 Yesuusitti kan amanu addunyaa ni moʼa (1-12) Waaqayyoon jaallachuu jechuun ajajawwan isaa eeguu dha (3) Humna kadhannaan qabutti amanamuu (13-17) Addunyaa hamaa keessatti eegumsa argachuu (18-21) Guutummaan addunyaa humna isa hamaa sana jala jira (19)