B15
Kaalaandarii Ibrootaa
NIISAAN (ABIIB) Bitootessa—Ebla  | 
14 Faasikaa 15-21 Maxinoo 16 Aarsaa firiiwwan jalqabaa  | 
Yordaanos roobaa fi cabbii baquun ni guuta  | 
Garbuu  | 
IYYAAR (ZIIF) Ebla—Caamsaa  | 
14 Faasikaa isa boodaa  | 
Tibbi bonaa ni jalqaba, baayʼinaan samiin qulqulluu taʼa  | 
Qamadii  | 
SIIWAAN Caamsaa—Waxabajjii  | 
6 Ayyaana Torbeewwanii (Phenxeqosxee)  | 
Hoʼa bonaa, qilleensa qulqulluu  | 
Qamadii, firii harbuu jalqabaa  | 
TAAMUUZ Waxabajjii—Adoolessa  | 
Hoʼi ni dabala, fixeensi cimaan ni jiraata  | 
Firii wayinii jalqabaa  | 
|
AAB Adoolessa—Hagayya  | 
Hoʼi sadarkaa dhumaa irra gaʼa  | 
Firiiwwan bonaa  | 
|
ELUUL Hagayya—Fulbaana  | 
Hoʼi itti fufa  | 
Teemirii, firii wayinii fi firii harbuu  | 
|
TIISHRII (ETAANIIM) Fulbaana—Onkoloolessa  | 
1 Malakanni ni afuufama 10 Guyyaa Araaraa 15-21 Ayyaana Daasii 22 Walgaʼii qulqulluu  | 
Bonni ni darba, roobni inni duraa ni jalqaba  | 
Qotiisa  | 
HESHWAAN (BUUL) Onkoloolessa—Sadaasa  | 
Rooba salphaa  | 
Firii ejersaa  | 
|
KIISLUU Sadaasa—Muddee  | 
25 Ayyaana Haareffamuu  | 
Roobni ni dabala, hurrii, cabbii gaara irraa  | 
Bushaayeen ol galfamu  | 
TEEBEET Muddee—Amajjii  | 
Qorra cimaa, rooba, cabbii gaara irraa  | 
Biqiltoonni ni biqilu  | 
|
SHEEBAAT Amajjii—Guraandhala  | 
Qorri ni hirʼata, roobni itti fufa  | 
Almoondiin ni daraara  | 
|
ADAAR Amajjii—Guraandhala  | 
14, 15 Puuriim  | 
Balaqqeessii fi cabbiin ni baayʼata  | 
Talbaa  | 
VEʼADAAR Bitootessa  | 
Jiʼa waggaa 19 keessatti siʼa 7 kaalaandariitti dabalamu  |