Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Maxxansitootaa Qabatee
Ijoollee Keessan Barsiisaa
© 2014
Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Qopheessitoonni
Watchtower Bible and Tract Society of New York, Inc. Brooklyn, New York, U.S.A.
Amajjii 2014tti Maxxanfame
Birooshurri kun kan hin gurguramneefi barreeffamoota addunyaa maratti Macaafa Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama.
Ibsi garabiraan yoo kenname malee, caqasawwan birooshura kana keessatti argaman Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997 maxxanfame keessaa kan fudhatamanidha. Caqasawwan tokko tokko nutu dalga ciibsee barreesse. Waggoonni birooshura kana keessatti argaman hundi lakkoofsa Awurooppaa kan argisiisanidha. Dh.K.D. jechuun, Dhaloota Kiristos Dura jechuudha; Dh.K.B. jechuunimmoo, Dhaloota Kiristos Booda jechuudha.