Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Qopheessitootaa Qabate
Kitaaba Qulqulluu Guyyaa Guyyaan Qoruu—2020
Caqasa Waggaa ‘Dhaqaatii isaan cuuphuudhaan namoota barattoota godhaa.’—Maatewos 28:19.
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa.
Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo bara 1997tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.
Hagayya 2019tti Maxxanfame
Oromo (es20-OA)
© 2019
WATCH TOWER BIBLE AND TRACT SOCIETY OF PENNSYLVANIA