LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/10 ful. 3
  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii
  • Tajaajila Mootummaa—2010
Tajaajila Mootummaa—2010
km 6/10 ful. 3

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

Gaaffileen kanaa gad jiran, Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii torban Waxabajjii 28, 2010 jalqabutti kan irratti mari’atamudha. Ilaaltuun olaanaa mana barumsichaa, barumsawwan torban Caamsaa 3 jalqabee hanga Waxabajjii 28, 2010⁠tti dhihaatanirratti hundaa’ee irra deebicha daqiiqaa 20f geggeessa.

1. Daawit du’a Abneeriin gadduusaarraa barumsa maalii arganna? (2 Sam. 3:31-34) [w05 5/15 ful. 17 key. 5; w06 7/15 ful. 21 key. 9-10]

2. Naataan dogoggora maalii raawwatee ture? Yihowaan raajiisaa akka hin taane kan isa hin dhowwine maaliifi? (2 Sam. 7:3) [rs ful. 135 key. 6]

3. Yaanni 2 Saamu’el 7:14⁠rra jiru kan raawwatame akkamitti? [it-1 ful. 273 key. 3; it-2 ful. 818 key. 2]

4. Wanti Daawit Mefii-Bosheetiif godhe gaarummaasaa kan argisiisu akkamitti? Kanarra maal baranna? (2 Sam. 9:7) [w02 5/15 ful. 19 key. 5]

5. Hariiroo Iitaayi isa nama Gaatiifi Daawit Mooticha gidduu turerraa barumsa maalii arganna? (2 Sam. 15:19-22) [w09 5/15 ful. 27-28]

6. Himanni Ziibaan Meefii-Bosheetirratti dhiheesse, soba akka ture Caaffata Qulqullaa’oorraa ragaa dhiheessuu kan dandeenyu akkamitti? (2 Sam. 16:1-4) [w02 2/15 ful. 14-15 key. 11, miiljalee]

7. Daawit Baarzilaayi inni umriinsaa waggaa 80 ture mana mootummaasaa keessa isaa wajjin akka jiraatu yeroo isa gaafatu, Kiimhaam akka dhaqu kan dubbate maaliifi? (2 Sam. 19:33-37) [w07 6/1 ful. 24 key. 13]

8. Yihowaan gad of deebisuunsaa Daawitiin guddaa kan godhe akkamitti? (2 Sam. 22:36, hiika bara 1899) [w07 11/1 ful. 5 key. 2; w04 11/1 ful. 29]

9. Adoniyaan utuma Daawit lubbuudhaan jiruu, teessoosaa dhaaluuf yaalii kan godhe maaliif ture? (1 Mot. 1:5) [w05 7/1 ful. 28 key. 5]

10. Yihowaan kadhannaa Solomoon ogummaafi hubannaa argachuuf dhiheesse kan deebiseef maaliif ture? (1 Mot. 3:9) [w05 7/1 ful. 30 key. 2]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi