Beeksisa
◼ Caamsaa fi Waxabajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? ykn tiraaktota armaan gadii keessaa tokko: Macaafa Qulqulluudhaaf Ilaalcha Akkamii Qabda? (T-30), Yeroo Gara Fuulduraatiif Ilaalcha Akkamii Qabda? (T-31), Maatiin Gammachuu Akka Argatu Kan Godhu Maalidha? (T-32), Addunyaa Kana Kan Toʼatu Eenyudha? (T-33), Rakkinni Ni Badaa? (T-34), Namoonni Duʼan Deebiʼanii Jiraachuu Dandaʼuu? (T-35), Mootummaan Waaqayyoo Maalidha? (T-36), Gaaffiiwwan Gurguddaa Jireenya Keessatti Nu Mudataniif Eessaa Deebii Argachuu Dandeenya? (T-37), Dhugaasaa Beekuu Barbaaddaa? (kt). Adoolessaa fi Hagayya: Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe.