LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Hagayya ful. 8
  • Hagayya 31–Fulbaana 6

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hagayya 31–Fulbaana 6
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Hagayya ful. 8

Hagayya 31–Fulbaana 6

BA’UU 21-22

  • Faarfannaa 141 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Ilaalcha Yihowaan Lubbuudhaaf Qabu Qabaadhaa”: (Daq. 10)

    • Bau 21:20—Yihowaan ajjeechaa ni balaaleffata (it-1-E 271)

    • Bau 21:22, 23—Yihowaan lubbuu daaʼima hin dhalanneetiif illee iddoo guddaa kenna (lvs 95-96 key. 16)

    • Bau 21:28, 29—Yihowaan nu irras taʼe namoota kaan irra miidhaan akka hin geenye akka of eeggannu barbaada (w10 4/15 29 key. 4)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Bau 21:5, 6—Akka caqasa kanaatti, Yihowaadhaaf of murteessuun keenya kan nu fayyadu akkamitti? (w10 1/15 4 key. 4-5)

    • Bau 21:14—Ergaan caqasa kanaa maali dha? (it-1-E 1143)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 21:1-21 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis nama sana walgaʼii irratti affeeri. (th qoʼannaa 2)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Galma Mootummaa Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu erga beeksistee booda irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 20)

  • Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w09-AM 4/1 31—Mata Duree: Yihowaan Abbaa Ijoollee Abbaa hin Qabnee Ti. (th qoʼannaa 19)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 60

  • Akkuma Waaqayyoo Lubbuudhaaf Iddoo Guddaa Kennaa: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Yeroo dubartiin takka ulfooftutti haalli rakkisaan akkamii uumamuu dandaʼa? Baʼuun 21:22, 23 ulfa baasuu ilaalchisee yaada akkamii qabateera? Murtoo Yihowaa gammachiisu gochuuf amantiinii fi ija jabinni kan nu barbaachisu maaliifi? Abdiin duʼaa kaʼuu kan nu jajjabeessu akkamitti?

  • Of Murteessuun kan Nu Fayyadu Akkamitti?: (Daq. 5) Haasaa Masaraa Eegumsaa Amajjii 15, 2010, fuula 4, keeyyata 4-7 irratti hundaaʼuudhaan dhihaatu. Namoonni Kitaaba Qulqulluu qoʼatan akka of murteessanii fi cuuphaman isaan jajjabeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 118 fi 119

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 25 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi