LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Sadaasa ful. 8
  • Muddee 5-11

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Muddee 5-11
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Sadaasa ful. 8

Muddee 5-11

2 MOOTOTA 13-15

  • Faarfannaa 127 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Garaa Guutuudhaan Carraaqqii Gochuun Eebba Hedduu Argamsiisa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Mo 13:20, 21—Dinqiin kun hambaalee amantii akka qulqulluutti ilaalaman kabajuun sirrii akka taʼe argisiisaa? (w05-AM 8/1 11 key. 3)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Mo 13:20–14:7 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniif. (th qoʼannaa 1)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Barumsa 01 ffaa birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamuun qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisi. (th qoʼannaa 20)

  • Haasaa: (Daq. 5) km 8/03 1—Mata Duree: Hojii Nama Haaromsu. (th qoʼannaa 11)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 30

  • “Yihowaan Hojii Jabaannee Hojjenne ni Yaadata”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Yihowaan ni Yaadata jedhamu taphachiisi.

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 30

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 151 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi