Maxxansa Qoʼannaa
HAGAYYA 2022
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: ONKOLOLEESSA 3–SADAASA 6, 2022
© 2022 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokko dha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamani dha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
Yihowaan Iyyoobiin akka jaallatuu fi akka isa kunuunsu isaaf mirkaneessuuf, uumamawwan isaa garaa garaatiif akkamitti kunuunsa akka godhu isatti himeera (Mata duree qoʼannaa 33, keeyyata 10 ilaali)