LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w26 Amajjii ful. 32
  • Seenaawwan Kitaaba Qulqulluu Yaadaan Ilaali

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Seenaawwan Kitaaba Qulqulluu Yaadaan Ilaali
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2026
  • Matadureewwan Yaada Walfakkaataa Qaban
  • Dubbisuu Jalqabuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2017
  • Kitaabni Qulqulluun Na Gargaaruu kan Dandaʼu Akkamitti?—Kutaa 3: Dubbisa Kitaaba Qulqulluu Kee Irraa Caalaatti Faayidaa Argadhu
    Gaaffii Dargaggootaa
  • Fakkii Kaasuun Wanta Baratte Yaadachuuf Si Gargaara
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
  • Dubbisuuf Carraaqqii Godhi
    Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiirraa Fayyadami
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2026
w26 Amajjii ful. 32

YAADA QOʼANNAADHAAF TAʼU

Seenaawwan Kitaaba Qulqulluu Yaadaan Ilaali

Kitaabni Qulqulluun seenaawwan barumsa barbaachisoo irraa argachuu dandeenyu hedduu qabateera. Seenaawwan kana yaadaan ilaaluudhaan wanta dubbisnu caalaatti hubachuu fi irraa fayyadamuu dandeenya. Mee seenaawwan Kitaaba Qulqulluu yaadaan ilaaluuf wantoota si gargaaruu dandaʼan tokko tokko haa ilaallu.

  • Sagalee kee ol kaasii dubbisi. Kitaaba Qulqulluu sagalee ol kaasnee dubbisuun wanta raawwatame caalaatti yaadaan ilaaluuf nu gargaara. Maatiidhaan yeroo dubbistan namoota seenicha keessatti ibsaman bakka buʼuudhaan hirattanii dubbisuun keessan seenichi caalaatti akka isiniif dhugoomu godha.

  • Wantoota raawwataman yaadaan ilaali. Yaadaa fi miira namoota seenicha keessatti ibsamanii hubachuuf yaali. Akkana jedhii of gaafadhu: ‘Namni sun akkasitti kan dubbate ykn akkas kan godhe maaliifi? Ani haala akkasii keessa utuun taʼee, maalan yaada ykn maaltu natti dhagaʼama?’

  • Fakkii kaasi. Fakkiin kaaste baayʼee bareedaa taʼuu baatus, seenaa Kitaaba Qulqulluu fakkiidhaan ibsuun, seenicha caalaatti yaadaan ilaaluu fi yaadachuuf si gargaara.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi