Maxxansa Qoʼannaa
AMAJJII 2026
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: BITOOTESSA 2–EBLA 5, 2026
© 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
CAQASA WAGGAA BARA 2026:
“Warri wantoota hafuuraa dheebotan gammadoo dha.”—MAT. 5:3.
Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamanidha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.