- Matadureewwan Yaada Walfakkaataa Qaban
 
                        
                                        
                 
			         
     
	    
            
			        
        
			
	
1 SAAMUʼEL
QABIYYEE KITAABICHAA
 1 
Elqaanaa fi haadhotii manaa isaa (1-8)
 
Haannaan ishiin dhala hin qabne, ilma argachuuf kadhatte (9-18)
 
Saamuʼel ni dhalate; Yihowaadhaafis ni kenname (19-28)
 
 
 2 
 
 3 
 
 4 
 
 5 
 
 6 
 
 7 
Taabotichi Qiriyaat Yeʼariim keessa yeroo turetti (1)
 
Saamuʼel gorsa, ‘Yihowaa qofa tajaajilaa’ jedhu kenne (2-6)
 
Injifannoo Israaʼelonni Misphaatti argatan (7-14)
 
Saamuʼel Israaʼelotaaf abbaa murtii taʼe (15-17)
 
 
 8 
Israaʼelonni mootiin akka isaaniif muudamu gaafatan (1-9)
 
Saamuʼel sabicha akeekkachiise (10-18)
 
Yihowaan gaaffii mootiin akka isaaniif muudamu gaafataniif tole jedhe (19-22)
 
 
 9 
 
10 
 
11 
 
12 
 
13 
Saaʼol loltoota filate (1-4)
 
Saaʼol of tuulummaadhaan tarkaanfii fudhate (5-9)
 
Saamuʼel Saaʼoliin ifate (10-14)
 
Israaʼelonni meeshaa waraanaa hin qaban turan (15-23)
 
 
14 
Gocha gootummaa Yonaataan Mikmaashitti raawwate (1-14)
 
Waaqayyo diinota Israaʼel ni balleesse (15-23)
 
Saaʼol ariifatee kakuu gale (24-46)
 
Waraanawwan Saaʼol geggeesse; maatii isaa (47-52)
 
 
15 
Saaʼol ajajamuu diduudhaan Agaagiin ajjeesuu dhiise (1-9) 
 
Saamuʼel Saaʼoliin ifate (10-23)
 
Saaʼol mootii akka hin taane tuffatame (24-29)
 
Saamuʼel Agaagiin ajjeese (30-35)
 
 
16 
Saamuʼel mootii itti aanu akka taʼuuf Daawitiin dibe (1-13)
 
Hafuurri Waaqayyoo Saaʼol irraa ni fagaate (14-17)
 
Daawit nama Saaʼoliif baganaa taphatu taʼe (18-23)
 
 
17 
 
18 
Michummaa Daawitii fi Yonaataan (1-4)
 
Daawit injifannoo argachuun isaa Saaʼoliin hinaafsise (5-9)
 
Saaʼol Daawitiin ajjeesuuf yaalii godhe (10-19)
 
DDaawit Miikaal intala Saaʼoliin fuudhe (20-30)
 
 
19 
 
20 
 
21 
 
22 
Daawit yeroo Adulaamii fi Misphaa turetti (1-5)
 
Saaʼol luboota Noob ajjeesise (6-19)
 
Abiyaataar ni baqate (20-23)
 
 
23 
Daawit magaalaa Qeyilaa ni oolche (1-12)
 
Saaʼol Daawitiin ni ariʼe (13-15)
 
Yonaataan Daawitiin jajjabeesse (16-18)
 
Daawit xinnumaaf Saaʼol jalaa miliqe (19-29)
 
 
24 
 
25 
Saamuʼel ni duʼe (1)
 
Naabaal namoota Daawit simachuu dide (2-13)
 
Abigaayil ogummaadhaan tarkaanfii fudhatte (14-35)
 
Yihowaan Naabaal isa hubannaa hin qabne ni rukute (36-38)
 
Abigaayil haadha manaa Daawit taate (39-44)
 
 
26 
 
27 
 
28 
 
29 
 
30 
 
31