- Matadureewwan Yaada Walfakkaataa Qaban
 
                        
                                        
                 
			         
     
	    
            
			        
        
			
	
1 MOOTOTA
QABIYYEE KITAABICHAA
 1 
Daawitii fi Abishaag (1-4)
 
Adoniyaan teessoo fudhachuuf yaale (5-10)
 
Naataanii fi Baat Sheebaan tarkaanfii fudhatan (11-27)
 
Daawit Solomoon akka dibamu ajaje (28-40)
 
Adoniyaan gara iddoo aarsaatti baqate (41-53)
 
 
 2 
Daawit Solomooniif qajeelfama kenne (1-9)
 
Daawit ni duʼe; Solomoon mootii taʼe (10-12)
 
Fincilli Adoniyaa duʼaaf isa saaxile (13-25)
 
Abiyaataar ni ariʼame; Yoʼaab ni ajjeefame (26-35)
 
Shimeʼiin ni ajjeefame (36-46)
 
 
 3 
Solomoon intala Faraʼoon fuudhe (1-3)
 
Yihowaan abjuudhaan Solomoonitti mulʼate (4-15)
 
Solomoon haadholii lamaaf murtii kenne (16-28)
 
 
 4 
Bulchiinsa Solomoon (1-19)
 
Badhaadhina bara bulchiinsa Solomoonitti ture (20-28)
 
Ogummaa Solomoonii fi fakkeenyota inni dubbate (29-34)
 
 
 5 
 
 6 
 
 7 
Mana mootummaa Solomoon (1-12)
 
Hiiraam inni dandeettii guddaa qabu Solomooniin gargaare (13-47)
Utubaawwan sibiila diimaa lamaan (15-22)
 
Galaana sibiila baqfame irraa tolfame (23-26)
 
Gaariiwwanii fi miʼawwan bishaanii sibiila diimaa kurnan (27-39)
 
 
Miʼawwan warqii irraa tolfaman (48-51)
 
 
 8 
Taabotichi mana qulqullummaa keessa kaaʼame (1-13)
 
Solomoon uummatichaaf haasaa dhiheesse (14-21)
 
Kadhannaa Solomoon yeroo manni qulqullummaa murteeffametti dhiheesse (22-53)
 
Solomoon uummaticha eebbise (54-61)
 
Aarsaawwan ni dhihaatan, manni qulqullummaan ni murteefame (62-66)
 
 
 9 
Yihowaan yeroo lammaffaadhaaf Solomoonitti mulʼate (1-9)
 
Kennaa Solomoon Hiiraamiif kenne (10-14)
 
Solomoon wantoota garaa garaa ijaare (15-28)
 
 
10 
 
11 
Haadhotiin manaa Solomoon garaa isaa jalʼisan (1-13)
 
Mormitoota Solomoon (14-25)
 
Yeroboʼaam gosoonni kudhan akka isaaf kennaman waadaan ni galameef (26-40)
 
Solomoon ni duʼe; Rooboʼaam mootii taʼe (41-43)
 
 
12 
Rooboʼaam deebii gaarii hin taane kenne (1-15)
 
Gosoonni kurnan fincila kaasan (16-19)
 
Yeroboʼaam mootii Israaʼel taʼe (20)
 
Rooboʼaam Israaʼeliin akka hin waraanne dhowwame (21-24)
 
Waaqeffannaa jabbii Yeroboʼaam hundeesse (25-33)
 
 
13 
 
14 
 
15 
Mootii Yihudaa kan taʼe Abiyaam (1-8)
 
Mootii Yihudaa kan taʼe Aasaa (9-24)
 
Mootii Israaʼel kan taʼe Naadaab (25-32)
 
Mootii Israaʼel kan taʼe Baʼaashaa (33, 34)
 
 
16 
Murtii Yihowaan Baʼaashaa irratti dabarse (1-7)
 
Mootii Israaʼel kan taʼe Eelaa (8-14)
 
Mootii Israaʼel kan taʼe Zimrii (15-20)
 
Mootii Israaʼel kan taʼe Omrii (21-28)
 
Mootii Israaʼel kan taʼe Ahaab (29-33)
 
Hiʼeel Yerikoo deebisee ijaare (34)
 
 
17 
Eeliyaas raajichi ongeen akka dhufu raajii dubbate (1)
 
Arraagessonni Eeliyaasiin sooran (2-7)
 
Eeliyaas gara dubartii Saraaptaa abbaan manaa irraa duʼe tokkoo dhaqe (8-16)
 
Ilmi dubartii abbaa manaa irraa duʼee ni duʼe; duʼaas ni kaafame (17-24)
 
 
18 
Eeliyaas Obaadiyaa fi Ahaabii wajjin wal arge (1-18)
 
Eeliyaas Qarmeelositti raajota Baʼaalii wajjin wal morke (19-40)
 
Ongeen waggaa sadii fi walakkaadhaaf ture ni dhaabbate (41-46)
 
 
19 
Eeliyaas Iizaabel jalaa baqate (1-8)
 
Yihowaan Horeebitti Eeliyaasitti mulʼate (9-14)
 
Eeliyaas, Hazaaʼeliin, Yehuu fi Eelsaaʼiin akka dibu itti himame (15-18)
 
Eelsaaʼi Eeliyaasiin akka bakka buʼu muudame (19-21)
 
 
20 
Warri Sooriyaa Ahaab irratti waraana banan (1-12)
 
Ahaab warra Sooriyaa ni moʼe (13-34)
 
Raajii Ahaab irratti dubbatame (35-43)
 
 
21 
Ahaab maasii wayinii Naabot fudhachuu hawwe (1-4)
 
Iizaabel Naabot akka ajjeefamu haala mijeessite (5-16)
 
Ergaa murtii Eeliyaas Ahaab irratti dubbate (17-26)
 
Ahaab gad of qabe (27-29)
 
 
22 
Yoshaafaax Ahaabii wajjin michummaa uume (1-12)
 
Mikaayaan akka moʼaman raajii dubbate (13-28)
 
Ahaab Raamot Giiliyaaditti ajjeefame (29-40)
 
Yoshaafaax mootii Yihudaa taʼe (41-50)
 
Mootii Israaʼel kan taʼe Akaaziyaa (51-53)