- Matadureewwan Yaada Walfakkaataa Qaban
 
                        
                                        
                 
			         
     
	    
            
			        
        
			
	
YOONAAS
QABIYYEE KITAABICHAA
 1 
Yoonaas Yihowaa jalaa baqachuuf yaale (1-3)
 
Yihowaan obomboleettii cimaa kaase (4-6)
 
Yoonaas rakkinichaaf sababa dha (7-13)
 
Yoonaas galaana jeeqamu keessatti darbatame (14-16)
 
Qurxummii guddaan tokko Yoonaasiin liqimse (17)
 
 
 2 
 
 3 
Yoonaas Waaqaaf ajajamee gara Nanawwee dhaqe (1-4)
 
Namoonni Nanawwee ergaa Yoonaas dhagaʼanii yaada geddaratan (5-9)
 
Waaqayyo Nanawwee balleessuu dhiisuuf murteesse (10)
 
 
 4