- Matadureewwan Yaada Walfakkaataa Qaban
 
                        
                                        
                 
			         
     
	    
            
			        
        
			
	
3 YOHAANNIS
QABIYYEE KITAABICHAA
Nagaa dhaamuu fi kadhannaa (1-4)
 
Gaayosiin galateeffate (5-8)
 
Diyooxiraaxis dura buʼaa taʼuu barbaada (9, 10)
 
Dimeexiros maqaa gaarii qaba (11, 12)
 
Karoora isa bira dhaquuf qabuu fi nagaa dhaamuu (13, 14)