- Matadureewwan Yaada Walfakkaataa Qaban
 
                        
                                        
                 
			         
     
	    
            
			        
        
			
	
Namni gorsa kennu dubbiin isaa warra kaan kan jajjabeessu taʼuu qaba
16:4, 5
  Iyoob baayʼee gaddee fi dhiphatee waan tureef deggersii fi jajjabinni warra kaanii isa barbaachisee ture
 
  Michoonni Iyoob sadan wanta isa jajjabeessu tokko illee hin dubbanne. Kanaa mannaa, isa ceephaʼuudhaan caalaatti isa dhiphisan
 
Dubbii hamaan Biildaad dubbate, Iyoob aariidhaan akka dubbatu isa godheera
19:2, 25
  Iyoob Waaqayyo boqonnaa akka isaaf kennu, kaan illee hafee duʼaan akka isa boqochiisu kadhateera
 
  Iyoob abdii duʼaa kaʼuu irratti kan xiyyeeffate siʼa taʼu, amanamaa taʼee itti fufeera