Miiljalee Maqaan Yaabeez jedhu, jecha Afaan Ibrootaa hiika “dhiphina” jedhu qabuu wajjin walitti dhufeenya qabaachuu hin oolu.