Miiljalee
a Aarsaa Yesuus irraa fayyadamuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe caalaatti barachuuf, weeb saayitii www.pr2711.com/om jedhamu irraa viidiyoo Duʼa Yesuus Yaadadhaa jedhu ilaali. Viidiyoo kana WAAʼEE KEENYA > AYYAANA YAADANNOO jalaa ilaali.