Miiljalee
a Yihowaan akka ilaallu, akka dubbisnuu fi akka qoʼannuuf wantoota hedduu arjummaadhaan nuuf kenneera. Mata dureen kun wanta qoʼattan murteessuuf isin gargaara; akkasumas qoʼannaa keessan irraa akkamitti caalaatti fayyadamuu akka dandeessan gorsa hojii irra ooluu dandaʼu akka argattan isin gargaara.