Miiljalee
e Hiikkaawwan Paarkar qopheesse dura, hiikkaawwan Afaan Ibrootaa hedduun, caqasoota Kakuu Haaraa adda addaa irratti maqaa Waaqayyoo galchanii turan. Kana malees, bara 1795tti, Yoohaan Yaakoob Shitoltis hiikkaa Afaan Jarmanii Maatewosii kaasee hamma Yihudaatti, bakkawwan 90 olitti maqaa Waaqayyoo fayyadamu qopheesseera.