LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Torbee Kana
Hagayya 4-10
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—2025 | Adoolessa

HAGAYYA 4-10

FAKKEENYA 25

Faarfannaa 154 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

Yesuus mana sagadaa keessatti haasaa dhiheessaa jira, maraa kitaabaa baname harkasaatti qabateera. Dhiironni, dubartoonnii fi ijoolleen xiyyeeffannaadhaan isa dhaggeeffachaa jiru.

Yesuus mana sagadaa Naazireet keessa jiru keessatti jechoota gaarii dubbachuudhaan sabicha ajaaʼibsiisaa jira

1. Qajeelfamoota Ogummaarratti Hundaaʼanii fi Dubbii Keenyarratti nu Gargaaran

(Daq. 10)

Dubbachuuf yeroo sirrii taʼe filadhu (Fak 25:11; w15 12/15 19 key. 6-7)

Karaa kabaja qabuun dubbadhu (Fak 25:15; w15 12/15 21 key. 15-16; fakkii jiru ilaali)

Wanta warra kaan jajjabeessu dubbadhu (Fak 25:25; w18.04 22 key. 10)

Obboleettiin tokko barsiistuu ishii kabajaan haasofsiisaa jirti.

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Fak 25:28—Hiikni fakkeenya kanaa maalidha? (w23.09 15 key. 3)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fak 25:1-17 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Nama waan gadde fakkaatu tokkoo wajjin marii jalqabi. (lmd barumsa 3 qabxii 3)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Namni haasofsiistu amantii cimsee hordofu akka qabu sitti hima. (lmd barumsa 8 qabxii 4)

6. Haasaa

(Daq. 5) ijwyp mata duree 23—Mata duree: Namoonni Waaʼee Koo yoo Haasaʼan Maalan Godha? (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 123

7. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) lfb barumsa 6, seensa kutaa 3 fi barumsa 7

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 150 fi Kadhannaa

Baafata Mata Duree
Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa)—2025 | Caamsaa

Mata Duree Qoʼannaa 22: Hagayya 4-10, 2025

20 Maqaan Yihowaa Yesuusiif Hammam Barbaachisaadha?

Dubbisa Dabalataa

Maxxansa kana keessatti matadureewwan kan biroo

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi