LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Burqaa Xinnoon Tokko Laga Guddaa Taʼe!
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • ‘Iddoo Lagichi Itti Yaaʼu Hundumaa Keessa Wanti Jiru Hundi Lubbuudhaan ni Jiraata’
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
    • 11 Bara 1919⁠tti tajaajiltoonni Yihowaa lakkoofsi isaanii gara 5,000 qofa kan ture taʼus nyaata hafuuraa barbaachisu argachuun isaanii baayʼee isaan gammachiisee ture. Waggoota kurnan sana booda turanitti lakkoofsi isaanii baayʼee dabalaa deeme. Yeroo harʼaatti lakkoofsi saba Waaqayyoo miliyoona saddeetii ol taʼeera. Maarree guddina kanaa wajjin haala wal simuun bishaan dhugaa yaaʼuu isaa itti fufeeraa? Eeyyee. Dhugaawwan Kitaaba Qulqulluu hedduu ilaalchisee ibsa arganneerra. Jaarraa darbetti sabni Waaqayyoo Kitaaba Qulqulluu, kitaabota, barruulee, birooshurootaa fi tiraaktota biliyoonaan lakkaaʼaman argataniiru. Akkuma laga Hisqiʼel mulʼataan arge sanaatti dhugaawwan qulqulluun fedhii namoota karaa hafuuraa dheebotanii fi addunyaa maratti argamanii guutuuf baayʼinaan yaaʼaa jiru. Barreeffamoonni Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼan yeroo dheeraadhaaf maxxanfamaa turaniiru. Amma immoo barreeffamoonni kun weebsaayitii jw.org jedhamu irratti bifa eleektiroonikiitiin afaanota 1,000 oliin argamu. Bishaanonni dhugaa kun namoota garaa qajeelaa qaban irratti dhiibbaa gaarii kan godhan akkamitti?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi