LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Kitaabni Qulqulluun Jijjiirameeraa Yookiin Faalameeraa?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
      1. Hiikkawwan Kitaaba Qulqulluu turan tokko tokko 1 Yohaannis 5:7 irratti yaada, “samii irratti kan dhugaa baʼan Abbaa, Dubbichaa fi Hafuura Qulqulluu dha; isaan kun sadanis tokko dha” jedhu itti dabalaniiru. Haa taʼu malee, barreeffamoonni bara durii harkaan barreeffamanii fi amanamuu dandaʼan yaanni kun barreeffama isa jalqabaa irratti akka hin argamne mirkaneessaniiru. Yaadawwan kunneen yeroo booda kan itti dabalamani dha.a Kanaaf, hiikkaawwan Kitaaba Qulqulluu ammayyaa amanamuu dandaʼan yaada kana keessaa baasaniiru.

  • Kitaabni Qulqulluun Jijjiirameeraa Yookiin Faalameeraa?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
    • a Yaanni kun Koodeksii Siinaayitikas, Koodeksii Aleksaandiriis, Vaatikaan Maanuskiripti 1209, Laatiin Vuulget isa jalqabaa irratti, Fiilosiniyan Haarkliyan Siiriyaak Varshin ykn Siiriyaak Pashiittaa irratti hin argamu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi