Barsiisaa Guddicharraa Baradhu Barsiisaa Guddicharraa Baradhu Fuula Mata Duree/Fuula Ibsa Maxxansitootaa Qabate Baafata Wanta Ijoolleen Warrasaaniirraa Argachuu Qaban BOQONNAA BOQONNAA 1 Yesus Barsiisaa Guddicha kan Jedhame Maaliifi? BOQONNAA 2 Xalayaa Waaqa Nu Jaallaturraa Nuu Ergame BOQONNAA 3 Isa Waan Hundumaa Uume BOQONNAA 4 Waaqayyo Maqaa Qaba BOQONNAA 5 ‘Kun Ilma Kooti’ BOQONNAA 6 Barsiisaa Guddichi Namoota Tajaajileera BOQONNAA 7 Ajajamuunkee Eegumsa Siif Argamsiisa Boqonnaa 8 Waaqayyo Hundumarra Ni Caala BOQONNAA 9 Qorumsa Nurra Gaʼu Moʼuu Qabna BOQONNAA 10 Yesus Hafuurota Hamoorratti Aangoo Qaba BOQONNAA 11 Gargaarsa Ergamoota Waaqayyoorraa Argamu BOQONNAA 12 Yesus Kadhannaa Akka Dhiheessinu Nu Barsiiseera BOQONNAA 13 Namoota Duuka Buutota Yesus Turan BOQONNAA 14 Dhiifama Gochuu Kan Qabnu Maaliifi? BOQONNAA 15 Barumsa Nama Gaarii Taʼuu Ilaalchisee Kenname BOQONNAA 16 Wanti Hunda Caalaa Barbaachisaa Ta’e Maalidha? BOQONNAA 17 Gammachuu Argachuun kan Dandaʼamu Akkamitti? BOQONNAA 18 Wanta Sii Godhameef Yaadattee ni Galateeffattaa? BOQONNAA 19 Wal Loluun Sirriidhaa? BOQONNAA 20 Yeroo Hunda Dursa Argachuu Barbaaddaa? BOQONNAA 21 Of Jajuun Sirriidhaa? BOQONNAA 22 Sobuu kan hin Qabne Maaliifi? BOQONNAA 23 Namoonni kan Dhukkubsatan Maaliifi? BOQONNAA 24 Matumaa Hattuu hin Ta’in! BOQONNAA 25 Namoonni Wanta Gadhee Raawwatan Jijjiiramuu Dandaʼuu? BOQONNAA 26 Wanta Gaarii Raawwachuun Ulfaataa Kan Ta’e Maaliifi? BOQONNAA 27 Eenyuun Waaqeffatta? BOQONNAA 28 Eenyuuf Abboomamuu Akka Qabnu Beekuu BOQONNAA 29 Afeerriin Hundi Waaqayyoon ni Gammachiisaa? BOQONNAA 30 Wantoota Sodaa Keenya Moʼuuf Nu Gargaaran BOQONNAA 31 Jajjabina Eessaa Argachuu Dandeenya? BOQONNAA 32 Yesus Eegumsa kan Argate Akkamitti? BOQONNAA 33 Yesus Nu Eeguu ni Dandaʼa BOQONNAA 34 Yeroo Duunu Maal Taana? BOQONNAA 35 Duʼaa ni Kaana! BOQONNAA 36 Eenyufaatu Duʼaa Kaʼa? Isaanoo Eessa Jiraatu? BOQONNAA 37 Yihowaa fi Ilmasaa Yaadachuu BOQONNAA 38 Yesusiin Jaallachuu kan Qabnu Maaliifi? BOQONNAA 39 Waaqayyo Ilmasaa Yaadateera BOQONNAA 40 Waaqayyoon Gammachiisuu kan Dandeenyu Akkamitti? BOQONNAA 41 Ijoollee Waaqayyoon Gammachiisan BOQONNAA 42 Hojii Hojjechuu kan Qabnu Maaliifi? BOQONNAA 43 Obboloonni Keenya Eenyufaʼi? BOQONNAA 44 Michoonni Keenya Waaqayyoon kan Jaallatan Taʼuu Qabu BOQONNAA 45 Mootummaan Waaqayyoo Maalidha? Akka Isa Barbaannu Akkamitti Argisiisna? BOQONNAA 46 Bishaan Badiisaa Deebiʼee ni Dhufaa? BOQONNAA 47 Armaagedoon Dhihaachuusaa Akkamitti Beekna? BOQONNAA 48 Addunyaa Haaraa Nagaa Qabu Keessa Jiraachuu Dandeessa