Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa Qola Keessaa Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Maxxansitootaa Qabate Qabiyyee Yaadachiisa Warraaf Kenname Gorsa Gaarii Eessaan Argachuu Dandaʼa? Qabiyyee Kitaabichaa KUTAA 1 Saala Faallaa Jaalallee Qabachuuf Qophaaʼeeraa? Dhoksaatti Jaalallee Qabachuun Miidhaa Qabaa? Namni Kun Nama Naaf Taʼudhaa? Nama Fakkeenya Taʼu—Shulaamittii Daangaa Isaa Darbineerra Kan Jedhamu Yoomi? Gaaʼela Dura Saalqunnamtii Raawwachuurraa Of Qusachuu Kanan Qabu Maaliifi? Nama Fakkeenya Taʼu—Yoseef Yaadannoo Dhuunfaa—Saala Faallaa KUTAA 2 Jijjiiramoota Si Mudatan Jijjiiramnin Qaama Koorratti Argu Maalidha? Bifa Koo Yoon Jibbe Maalan Godha? Baayʼee Kan Na Dhukkubu Maaliifi? Yaadannoo Dhuunfaa—Jijjiiramoota Si Mudatan KUTAA 3 Hiriyummaa Kophummaa Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Hiriyaan Koo Kan Na Miidhe Maaliifi? Nama Fakkeenya Taʼu—Liidiyaa Intarneetiidhaan Hiriyoota Horachuun Rakkina Qabaa? Hamiin Miidhaa Qabaa? Yaadannoo Dhuunfaa—Hiriyummaa KUTAA 4 Mana Barumsaa fi Hiriyoota Kee Barataa Cimaa Taʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Mana Barumsaatti Miidhaarraa Of Eeguu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Dhiibbaa Hiriyaa Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Nama Fakkeenya Taʼu—Ibroota Sadan Jireenya Bifa Lama Qabu Jiraachaa Akkan Jiru Namatti Himuun Qabaa? Waaʼee Hiriyummaa Mana Barumsaa Maal Beekuun Qaba? Yaadannoo Dhuunfaa—Mana Burumsaa fi Hiriyoota Kee KUTAA 5 Maallaqa Maallaqa Argachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Maallaqa Kootti Ogummaadhaan Fayyadamuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Maatiin Koo Hiyyeeyyii Yoo Taʼanoo? Nama Fakkeenya Taʼu—Dubartii Hiyyeettii Abbaan Manaa Irraa Duʼe Yaadannoo Dhuunfaa—Maallaqa KUTAA 6 Warra Kee Komii Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Warri Koo Seera Kan Natti Baayʼisan Maaliifi? Abbaan Koo Araada Cimaa Qaba Yoo Taʼehoo? Nama Fakkeenya Taʼu—Hisqiyaas Warri Koo Yeroo Hunda yoo Wal Falman Maal Gochuun Qaba? Abbaa Ykn Haadha Koo Qofa Wajjin Gammachuudhaan Jiraachuu Nan Dandaʼaa? Yaadannoo Dhuunfaa—Warra Kee KUTAA 7 Miira Kee Miira Koo Toʼachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Dogoggora Tokkollee Akkan hin Raawwanne Kanan Ofirraa Eegu Maaliifi? Nama Fakkeenya Taʼu—Phaawulos Sodoomummaarraa Fagaachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Waaʼee Saalqunnamtii Yaaduu Dhiisuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Yaadannoo Dhuunfaa—Miira Kee KUTAA 8 Bashannana Geemii Taphachuun Qabaa? Muuziqaa Akkamiin Filachuu Qaba? Nama Fakkeenya Taʼu—Daawit Bashannana Akkamiin Filachuu Qaba? Poornoogiraafiirraa Fagaachuu Kanan Qabu Maaliifi? Yaadannoo Dhuunfaa—Bashannana KUTAA 9 Guddina Hafuuraa Kee Ulaagaalee Kitaaba Qulqulluu Hordofuu Kanan Qabu Maaliifi? Nama Fakkeenya Taʼu—Asaaf Michuu Waaqayyoo Taʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Amantiin Waaqayyorratti Qabu Ibsuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? Cuuphamuun Qabaa? Jireenya Koo Akkamitti Yoon Itti Fayyadame Naa Wayya? Yaadannoo Dhuunfaa—Guddina Hafuuraa Kee Baafata Gilgaalaa Keessa Qola Duubaa Qola Duubaa