LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • nwt ful. 26-ful. 27
  • Gaaffii 15: Gammachuu argachuu kan dandeessu akkamitti?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gaaffii 15: Gammachuu argachuu kan dandeessu akkamitti?
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Gaaffii 15: Gammachuu argachuu kan dandeessu akkamitti?

GAAFFII 15

Gammachuu argachuu kan dandeessu akkamitti?

Intalli takka fakkii abbaa ishiitiif kaaste gammachuudhaan isaaf fidaa jirti

“Bakka jibbi jirutti sangaa coome nyaachuu mannaa, bakka jaalalli jirutti kuduraa nyaachuu wayya.”

Fakkeenya 15:⁠17

“Ani Waaqa kee Yihowaa isa wanta si fayyadu si barsiisu, karaa irra deemuu qabdu irras si geggeessu dha.”

Isaayyaas 48:⁠17

“Warri wantoota hafuuraa dheebotan gammadoo dha; Mootummaan samii kan isaanii ti.”

Maatewos 5:3

“Nama akka ofii keetti jaalladhu.”

Maatewos 22:⁠39

“Wanta namoonni akka isiniif godhan barbaaddan, isinis akkanuma isaaniif godhaa.”

Luqaas 6:​31

“Gammadoon illee namoota dubbii Waaqayyoo dhagaʼanii hojii irra oolchani dha!”

Luqaas 11:⁠28

“Namni tokko qabeenya hedduu yoo qabaate illee jireenyi isaa wantoota inni qabu irratti kan hundaaʼe [miti].”

Luqaas 12:⁠15

“Kanaafuu, nyaataa fi uffata yoo qabaanne wantoota kanatti gammannee jiraachuu qabna.”

1 Ximotewos 6:8

“Fudhachuu irra kennuutu caalaatti nama gammachiisa.”

Hojii Ergamootaa 20:⁠35

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi