- 
	                        
            
            Baʼuu 14:27, 28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
27 Museenis yeruma sana harka isaa galaanicha irratti diriirse; yommuu bariʼuuf jedhus, galaanichi akkuma isaa duriitti deebiʼe. Warri Gibxii irraa baqachuuf yommuu yaalanittis, Yihowaan warra Gibxii galaanicha gidduutti darbate.+ 28 Bishaanichi walitti deebiʼe sunis gaariiwwan fardaa waraanaa, abbootii fardeenii fi guutummaa raayyaa waraanaa Faraʼoon warra isaan duukaa gara galaanichaatti seenanii turan ni uwwise.+ Isaan keessaa namni tokko illee hin oolle.+
 
 -