Baʼuu 3:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Museen garuu Waaqa dhugaatiin akkana jedhe: “Ani gara Israaʼelotaa dhaqee, ‘Waaqni abbootii keessanii gara keessanitti na ergeera’ yommuun isaaniin jedhu, isaan immoo, ‘Maqaan isaa eenyu?’+ yoo naan jedhan maal jedhee isaaniif deebisu?” Baʼuu 6:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ani Abrahaam, Yisihaaqii fi Yaaqoobitti Waaqa Hundumaa Dandaʼu+ taʼee mulʼachaan ture; haa taʼu malee, maqaa koo isa Yihowaa+ jedhamu guutummaatti isaaniif hin ibsine.+ Baʼuu 34:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yihowaanis akkana jedhee labsaa isa dura darbe: “Yihowaa, Yihowaa Waaqa araara qabeessaa+ fi gara laafessa*+ taʼe, aariidhaaf suuta kan jedhu,+ jaalalli isaa inni amanamaanii+ fi dhugaan*+ isaa baayʼee kan taʼe,
13 Museen garuu Waaqa dhugaatiin akkana jedhe: “Ani gara Israaʼelotaa dhaqee, ‘Waaqni abbootii keessanii gara keessanitti na ergeera’ yommuun isaaniin jedhu, isaan immoo, ‘Maqaan isaa eenyu?’+ yoo naan jedhan maal jedhee isaaniif deebisu?”
3 Ani Abrahaam, Yisihaaqii fi Yaaqoobitti Waaqa Hundumaa Dandaʼu+ taʼee mulʼachaan ture; haa taʼu malee, maqaa koo isa Yihowaa+ jedhamu guutummaatti isaaniif hin ibsine.+
6 Yihowaanis akkana jedhee labsaa isa dura darbe: “Yihowaa, Yihowaa Waaqa araara qabeessaa+ fi gara laafessa*+ taʼe, aariidhaaf suuta kan jedhu,+ jaalalli isaa inni amanamaanii+ fi dhugaan*+ isaa baayʼee kan taʼe,