LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 18:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Daanonni biyyattii akka basaasanii fi akka qorataniif maatii isaanii gidduudhaa namoota gaʼumsa qaban shan Zoraa fi Eeshtaaʼol+ keessaa ni ergan. Achiis, “Dhaqaatii biyyattii qoradhaa” isaaniin jedhan. Yommuu gara naannoo gaarotaa Efreem, gara mana Miikiyaas+ dhufanis halkan sana achuma ni bulan.

  • Abbootii Murtii 18:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Kana malees, magaalattii maqaa abbaa isaanii isa ilma Israaʼel taʼeen Daan+ jedhanii moggaasan.+ Maqaan magaalattii inni duraanii garuu Laaʼish jedhama ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi