LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 18:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Abishaay+ ilmi Zeruuyaa+ Sulula Soogiddaa keessatti Edoomota 18,000 ni ajjeese.+ 13 Inni Edoom keessatti buufatawwan loltootaa ni hundeesse; Edoomonni hundis tajaajiltoota Daawit taʼan.+ Yihowaan bakka Daawit dhaqu hundumaatti injifannoo* isaaf kenna ture.+

  • Faarfannaa 60:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • Geggeessaa muuziqaatiif; “Abaaboo Yaadannootiin.” Miktaam.* Faarfannaa Daawit. Barsiisuuf. Yeroo inni Aaraam Nahaaraayimii fi Aaraam Zoobaa wajjin wal waraanetti, akkasumas Yoʼaab deebiʼee Sulula Soogiddaa keessatti Edoomota 12,000 rukutetti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi