Uumama 25:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yihowaanis, “Sabni lama gadameessa kee keessa jira;+ uummanni si keessaa baʼan lamaanis adda adda ni baʼu;+ sabni inni tokko saba isa kan biraa irra kan cimu taʼa;+ inni angafaas isa quxisuu ni tajaajila”+ ishiidhaan jedhe. Uumama 27:40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 Ati goraadee keetiin jiraatta;+ obboleessa kees ni tajaajilta.+ Yeroo nuffitu garuu, dhugumaan morma kee irraa waanjoo* isaa cabsitee gatta.”+
23 Yihowaanis, “Sabni lama gadameessa kee keessa jira;+ uummanni si keessaa baʼan lamaanis adda adda ni baʼu;+ sabni inni tokko saba isa kan biraa irra kan cimu taʼa;+ inni angafaas isa quxisuu ni tajaajila”+ ishiidhaan jedhe.
40 Ati goraadee keetiin jiraatta;+ obboleessa kees ni tajaajilta.+ Yeroo nuffitu garuu, dhugumaan morma kee irraa waanjoo* isaa cabsitee gatta.”+