Baʼuu 37:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Achiis warqii qulqulluu irraa baattuu ibsaa+ ni tolche. Baattuu ibsaa kana warqii tumame irraa tolche. Jalli isaa, jirmi isaa, hammattuuwwan abaaboo isaa, dhukawwan isaa fi daraaraawwan isaa tokko taʼanii kan tolfaman turan.+ Mulʼata 1:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Iccitii qulqulluun urjiilee torban harka koo mirgaa keessatti argitee fi kan baattuuwwan ibsaa warqii irraa tolfaman torbanii kana dha: Urjiileen torban maleekota gumiiwwan torbanii argisiisu; baattuuwwan ibsaa torban immoo gumiiwwan torban argisiisu.+
17 Achiis warqii qulqulluu irraa baattuu ibsaa+ ni tolche. Baattuu ibsaa kana warqii tumame irraa tolche. Jalli isaa, jirmi isaa, hammattuuwwan abaaboo isaa, dhukawwan isaa fi daraaraawwan isaa tokko taʼanii kan tolfaman turan.+
20 Iccitii qulqulluun urjiilee torban harka koo mirgaa keessatti argitee fi kan baattuuwwan ibsaa warqii irraa tolfaman torbanii kana dha: Urjiileen torban maleekota gumiiwwan torbanii argisiisu; baattuuwwan ibsaa torban immoo gumiiwwan torban argisiisu.+