LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 21:20-26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Leewwota gidduudhaa maatiiwwan Qehaat warra hafaniif gosa Efreem keessaa magaalonni carraadhaan isaaniif ni kennaman. 21 Isaanis naannoo gaarotaa Efreem keessatti magaalaa Sheekem+ ishii namni nama ajjeese itti baqatu+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Geezer+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, 22 Qibzaayim iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Beet Hooron+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, jechuunis magaalota afur isaaniif ni kennan.

      23 Gosa Daan keessaa, Eelteeqee iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Gibetoon iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, 24 Ayiloon+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Gaat Rimoon iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, jechuunis magaalota afur isaaniif ni kennan.

      25 Walakkaa gosa Minaasee keessaa, Taʼaanaak+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Gaat Rimoon iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, jechuunis magaalota lama isaaniif ni kennan.

      26 Magaalonnii fi iddoowwan dheedichaa isaanii warri maatiiwwan Qehaatotaa warri hafan fudhatan walumaa galatti kudhan turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi