LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Haa taʼu malee, Abneer+ ilmi Neer ajajaan loltoota Saaʼol, Ish Bosheet+ ilma Saaʼol fuudhee gara Mahaanaayimitti+ ceesise;

  • 1 Seenaa Baraa 9:39-44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Neer+ Qiishiin dhalche; Qiish Saaʼoliin+ dhalche; Saaʼol Yonaataaniin,+ Malkishuwaa,+ Abinaadaabii+ fi Eshbaʼaaliin dhalche. 40 Ilmi Yonaataan Meriib Baʼaal+ ture. Meriib Baʼaal Miikiyaasiin dhalche.+ 41 Ilmaan Miikiyaas, Pitoon, Meeleek, Taaheriʼaa fi Akaaz turan. 42 Akaaz Yaaraa dhalche; Yaaraan Alameetiin, Azmaawetii fi Zimrii dhalche. Zimriin Moozaa dhalche. 43 Moozaan Bineʼaa dhalche; Bineʼaan Refaayaa dhalche; Refaayaan Elʼaasaa dhalche; Elʼaasaan Azeeliin dhalche. 44 Azeel ilmaan jaʼa qaba ture; maqaan isaaniis Azriqaam, Bokeruu, Ishmaaʼel, Sheʼaariyaa, Obaadiyaa fi Haanaan ture. Kanneen kun ilmaan Azeel turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi