LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 24:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yihowaan anaa fi si gidduutti murtii haa kennu;+ Yihowaan si irratti haaloo naaf haa baʼu+ malee, ani harka koo si irratti hin kaasu.+

  • 1 Saamuʼel 24:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Yihowaan abbaa murtii taʼee anaa fi si gidduutti murtii haa kennu; dhimma koo ilaalee anaaf haa falmu;+ inni anaaf murtii haa kennu; harka kee jalaas na haa oolchu.”

  • 1 Saamuʼel 26:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Tokkoon tokkoon namaatiif akka qajeelummaa+ isaattii fi akka amanamummaa isaatti kan isaaf deebisu Yihowaa dha; kunoo, harʼa Yihowaan harka kootti dabarsee si kennee ture; ani garuu isa Yihowaan dibe irratti harka koo kaasuu hin barbaanne.+

  • Faarfannaa 7:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Yaa Yihowaa, dheekkamsa keetiin kaʼi;

      Aarii diinota koo irrattis kaʼi;+

      Naaf dammaqi, haqnis akka raawwatamu ajaji.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi